Wongeela Maarqoos 16:4 - WAADAA LAMMATAA4 Waan dhagaan guddisee guddaa tureef, itti siiqanii hennaa laalan dhagaan balbala awwaalaatii ka garagalfameeru argan. Gade chapit laWaadaa Haarawa4 Kana'llee wonitti jedhaniif dhagaan awwaalli itti cufame haalaan guddaa waan tureef, ol jedhanii'llee yeroo laalanitti garuu, dhagaan gara dalggaa gangalatee ni argan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu4 Waan dhagaan guddisee guddaa tureef itti siiqanii hennaa laalan dhagaan balbala awwaalaatii ka gara galfameeru argan. Gade chapit la |