Wongeela Maarqoos 16:12 - WAADAA LAMMATAA12 Achiin maayessa isaan keessaa nama lamaa ka gara baadiya'aa deeman argee, karaa irratti bifa biraatiin isaanitti mudhate. Gade chapit laWaadaa Haarawa12 Kanaan duubatti'llee gara baadiyya'aa ni deeman worra turan barattoota isaa lamaantti, Yesus bifa bira'aatiin isaanitti ni mulidhate. Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Achiin maayessa isaan keessaa nama lamaa ka gara baadiya'aa deeman argee karaa irratti bifa biraatiin isaanitti mudhate. Gade chapit la |