Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 16:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Isaan ammoo akka inni jiraataa ta'ee fi akka isiin isa argitellee hennaa dhagayan hin amanne.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Isiin'llee «Yesus du'aa ka'ee lubbu'uun ni jira, ani'llee ija kiyyaan argeenii jira» jettee isaanitti ni himtte, isaan garuu isii hin amanneen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Isaan ammo akka inni jiraataa ta'ee fi akka isiin isa argitellee hennaa dhagayan hin amanne.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 16:11
9 Referans Kwoze  

Isaanillee dubbiin kun waan suuraa isaanitti fakkaateef isaan hin amanne.


Yesuus deebisee, «Isin dhaloota hin amanne! haga yoomii isin woliin jiraadha? haga yoomii isinii obsa? mucaa gara kiyya as fidaa'a!» jedhe. Isaanillee mucaa gara isaa fidan.


Isaan hennaa isa argan, isaaf sagadan; worri gariin ammoo hin maman.


Isaanillee guddisanii waan gammadaniif amanuu dadhabanii maalala'aa uduu jiran, waan nyaatan asii waa qabduu? isaaniin jedhe.


Darasoonni kuuwwan, «Gooftaa argineerra!» jedhaniin. Inni ammoo, «Harka isaa ka mismari'iin woraanname malkata san argu malee, quba kiyyallee qaalawa san keessa kaayu malee, kalee isaa keessa cinaacha keessa yoo harka hin keenne hin amanu» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite