Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 16:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Isiin gara worra duri isa woliin jiranii, ka guddisanii gaddanii booya'aa jiranii dhaxxee, waan kana isaanitti himte.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Isiin'llee deemittee, worra gaddaa fi booya irratti argaman horddofttoota isaa titti ni himtte.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Isiin gara worra dur isa woliin jiranii, ka guddisanii gaddanii booya'aa jiranii dhaxxee waan kana isaanitti himte.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 16:10
8 Referans Kwoze  

Maariyaam Magidalaawit gara darasootaa dhaxxee, an Gooftaa argeera jette. Waan inni isi'itti hime maraa isaanitti himte.


Haata'uu ammoo kana waan isinitti himeef gaddi garaa keessan keessa guuteera.


Innillee gadda'aa wonti woliin qaaqa'aa deemtan kunniin maali'i? Isaaniin jedhe.


Achiin maayessa Pheexroos dubbii Yesuus, «Lukkuun hennaa lama uduu hin iyyin, ati hennaa sadihii na ganta» isaan jedhe san qaabatee hirqiffatee booye.


Yesuus akkana isaaniin jedhe, «Worri jaalaa Idaayyaan uduu isaan woliin jiru hin gaddanii? Haata'uu ammoo ji'oonni idaayyaan isaan biraa fudhatamu hin dhufa; hennaa san sooman.


Achiin maayessa malkanni Ilma namaa samii gubba'atti hin mudhata, hennaa san gofti biyya lafaa maruu banne, banne jedhan. Ilmi Namaa duumessa sami'iitiin hunnaa fi ulfinna gudda'aan yoo dhufu hin argan.


Dargaggeessi sun dubbii kana hennaa dhagaye, qabeenna hedduu waan qabuuf, gadda'aa deeme.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite