Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 16:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Sambanni haga lufeen maayii Maariyaamiin Maqidalaa, Maariyaamiin haati Yaaqoobiitii fi Saloomeen nafa Yesuusiitiif Urgoodibu'uuf bitan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Guyyaan Sanbbataa eega dabrreen duubatti Maariyaam Magidalaawittiin, haati Yaaqoobii Maariyaam, Saloomee'llee ta'anii reeffa Yesusii dibu'uuf, shittoo urgoofttuu mishaa irraa qophaaye ni bitan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Sambanni haga lufeen maayii Maariyaamiin Maqidalaa, Maariyaamiin haati Yaaqoobiitii fi Saloomeen nafa Yesuusiitiif Urgoo dibu'uuf bitan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 16:1
19 Referans Kwoze  

Achii deebi'anii anshaa fi urgo'oof waan diban qopheessanii akka seeraatitti guyyaa Sambataa harabaafatan.


Dubartoonni gariin fagoo dhaabatanii laala'aa turan. Isaan keessaa Maariyaamii Magdalaa, Maariyaamii haadha Yaaqoobii maandhichaatii fi Yoose'ee, Saloomeen faati achi jiran. Isaan hennaa inni Galiilaa jiru isa faanaa deemanii, isa tajaajilan. Dubartoonni biraallee isa woliin gara Yeruusaalemii dhufanii achi jiran.


Yihuudonni guyyaan guyyaa ayyaanaaf qophaayan waan ta'eef, Sambanni sunillee guyyaa guddaa waan tureef reeffi isaa guyyaa Sambataa fannoo irra akka hin oolle luka cabsanii akka buusaniif Philaaxoosiin kadhatan.


Haata'uu ammoo fannoo Yesuusii biratti, haadha isaa, obboleettii isaa, haadha, haadha manaa Qalayoophe'ee, Maariyaamii Maqidaala'aatii fi Maariyaamillee achi dhaabatanii turan.


Isaan naasu'uun bararraaqanii, achi keessaa bayanii awwaala biraa baqatan; sodaatanii waan turaniif eennuttillee womaa hin dubbanne. Isaan waan inni isaan ajaje maraa Pheexroosii fi worra isa woliin jiranitti gabaabsanii himan. Kanaan maayessa Yesuus Innumti Oduu Nagayaa ka fayyinna bara baraatiif ta'e Woyyuun hin jijjiiramne, baya biiftu'uutii haga dhiyaa isaan harka kaayee erge.


Maariyaamiin qachaa Maagidala'aatii fi Maariyaamiin haati Yoosa'aa reeffa Yesuusii eessa akka kaayan laala'aa turan.


Isiin waan dandeette goote; duraan dursitee nafa kiyya awwaalaaf dibdeerti.


Yesuus hennaa Bittaaniya'aatti mana Simoonii dhukkuba gogaa kukkutuun qabameeruutitti hurbaata'aaf waamamee uduu achi jiru, dubartiin takka Urgoo Naardoosii ka gatiin isaa gudda'aa qabattee dhuftee, bilqaadii cabsitee mataa isaatitti buufte.


Guyyaan sun guyyaa qophi'ii ture. Sambannillee seenuu gayeera.


Ammallee hennaa dhiye jal-bultii guyyaa Sambata diqqa'aatiif guyyaa qophii waan tureef,


Torbaan keessa guyyaa Sambata gudda'aa obboroo haga aduun baate gara awwaalaa dhufan.


Guyyaa Sambata gudda'aa isaan keessaa namoonni gariin urgoo qabataniiti isaan woliin obboro'oon gara awwaalaa dhaqan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite