Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 15:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Philaaxoosillee Mootii Yihuudii akka isinii hiiku barbaaddanii? isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Inni'llee, «Nugusa worra Yihudotaa hiikee gadi akka isiniif dhiisuu barbaadan moo?» jechu'uun, isaan ni gaafate.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Philaaxoosillee, «Mootii Yihuudii akka isinii hiiku barbaaddanii?» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 15:9
7 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo Ayyaana Fasika'aatiif mootichi nama tokkicha akka isinii hiiku aadaa qabdan. Kanaafuu mootii Yihuudi'ii akka isinii hiiku feetanii?» isaaniin jedhe.


Baniinillee bayanii akkuma baratame akka aadaa isaanii akka isaanii godhuuf Philaaxoosiin kadhatan.


Inni akka bulchaa gadootaa hinaaffa'aan dabarsanii Yesuusiin isatti kennan beekeera.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite