Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 15:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Baniinillee bayanii akkuma baratame akka aadaa isaanii akka isaanii godhuuf Philaaxoosiin kadhatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Ummanni'llee gara Philaaxosii dhiyaatee dhiifama baratame akka isaanii taasisu, ni gaafataniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Baniinillee bayanii akkuma baratame akka aadaa isaanii akka isaanii godhuuf Philaaxoosiin kadhatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 15:8
5 Referans Kwoze  

Hennaa ayyaanaa san mootiin biyyaa nama hidhame ka baniin jaalatu tokko isaanii hiikuu aadaa qaba.


Yesuus bakka sanii ka'ee gara biyya Yihuudaatii fi laga Yordaanosi gama dhaqe. Ammallee gumiin guddaan gara isaa dachaanaan, inni akkuma amala ufii isaan barsiise.


Hennaa san worra shiftanii lola kaasa'aa nama ajjeesanii hidhaman keessaa namicha Baarbaan jedhamu tokkotu ture.


Philaaxoosillee Mootii Yihuudii akka isinii hiiku barbaaddanii? isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite