Wongeela Maarqoos 15:7 - WAADAA LAMMATAA7 Hennaa san worra shiftanii lola kaasa'aa nama ajjeesanii hidhaman keessaa namicha Baarbaan jedhamu tokkotu ture. Gade chapit laWaadaa Haarawa7 Yeroo sanitti Mootummaa irratti kaka'anii, nama ajjeesu'uun mana hidha'aa ka aseenan, namoota hamaawwantu jira ture, namoota hamaawwan kanniin keessaa'llee tokko, Barabbaan nama jedhamutu ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Hennaa san worra shiftanii lola kaasa'aa nama ajjeesanii hidhaman keessaa namicha Baarbaan jedhamu tokkotu ture. Gade chapit la |