Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 15:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Yesuusillee ammoo deebii biraa tokkollee hin deebifneef; Philaaxoos waan kana hin baaseeffate.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Philaaxos haga baaseffatutti amma'llee Yesus, deebii woyiituu hin kennine.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Yesuus ammo deebii biraa tokkollee hin deebifneef; Philaaxoos waan kana hin baaseeffate.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 15:5
10 Referans Kwoze  

Adunyaa, Maleekkotaa fi namoota birrattillee worra taphaa taaneerra. Rabbi nu ergamoota akka namoota duuti itti murtayee waan maraa caalaa duuba akka taanu waan nu taasisan naffakkaata.


Inni waan tokkollee hin deebifneef; Kanaafuu bulchaan guddisee maalale.


Deebi'ee gara moonaa bulcha'aa seenee, «Ati eessaa dhufte?» jedheen. Yesuus ammoo waan tokkollee hin deebifneef.


Bulchoonni gadootaatii fi manguddoonnillee hennaa isa himatan womaa isaanitti hin deebifne.


Philaaxoosi ammoo, ammallee «Womaa hin deebiftuu? Kunoo waan meeqaan si himata'aaran?» jedhee gaafate.


Kanaaf gaafii heddu isa gaafate. Inni ammoo waa tokkollee isaa hin deebifne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite