Wongeela Maarqoos 15:43 - WAADAA LAMMATAA43 Yooseef namni Armaatiya'aa beekkamaan yaa'ii Yihuudotaa tokko ija jabeennaan Philaaxoosiin bira dhaqee, reeffa Yesuusii akka isaa kennu isa kadhate. Yooseefiin kun inninuu nama dhufa jeennata Rabbii abdi'iin eeggata'aa ture. Gade chapit laWaadaa Haarawa43 yeroma sanitti miseensa yaa'ii Yihudotaa ka ture Yooseef ka jedhamu, kabajamaa naminni biyya Armaatiyaasii ni dhufe. Inni'llee nama Mootummaa Waaqaa abddi'iin eeggatu ni ture. Uggiinsaan'llee Philaaxosiin duranatti dhiyaateeti, reeffa Yesusii akka isaa kennamuuf ni kadhateen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu43 Yooseef namni Armaatiya'aa beekkamaan yaa'ii Yihuudotaa tokko ija jabeennaan Philaaxoosiin bira dhaqee reeffa Yesuusii akka isaa kennu isa kadhate. Yooseefiin kun inninuu nama dhufa jeennata Rabbii abdi'iin eeggata'aa ture. Gade chapit la |