Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 15:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Philaaxoosi ammoo, ammallee «Womaa hin deebiftuu? Kunoo waan meeqaan si himata'aaran?» jedhee gaafate.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Kanaaf Pilaaxoos, «Waan meeqaan akka si himatan mee laali! Gonkumaa deebii woyiituu hin kennitu moo?» jechu'uun, irra deebi'ee ni gaafateen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Philaaxoos ammo ammallee «Womaa hin deebiftuu? Kunoo waan meeqaan si himata'aaran?» jedhee gaafate.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 15:4
5 Referans Kwoze  

Philaaxoos, «Natti hin himtuu? si fannisu'uufillee si hiiku'uufillee baallii akka qabu hin beettuu?» jedheen.


Hennaa san Philaaxoosi namni hagamii akka sitti rageesse hin dhageettuu? jedheen.


Bulchaan gadootaa ol ka'ee, «Waan isaan si irratti ragan kanaaf ati waan tokkollee hin deebiftuu?» jedheen.


Mootonni gadootaallee waan hedduun isa himatan. Inni ammoo womaa isaanii hin deebifne.


Yesuusillee ammoo deebii biraa tokkollee hin deebifneef; Philaaxoos waan kana hin baaseeffate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite