Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 15:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Mootonni gadootaallee waan hedduun isa himatan. Inni ammoo womaa isaanii hin deebifne.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Itti gaafatamoonni Yihudotaa garuu Yesusiin waan baayi'e'een, ni himataniin ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Mootonni gadootaallee waan hedduun isa himatan. Inni ammo womaa isaanii hin deebifne.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 15:3
11 Referans Kwoze  

Asiin maayessa Philaaxoos hiiku'uunii fedhe, haata'uu ammoo Yihuudonni, «Kana yoo hiitte, ati jaalalloo Qeesaariitii miti. Ka mootii uf taasisu maruu, faalleessaa Qeesaariiti» jedha'aa wocan.


Yesuusillee ammoo deebii biraa tokkollee hin deebifneef; Philaaxoos waan kana hin baaseeffate.


Bulchoonni gadootaatii fi manguddoonnillee hennaa isa himatan womaa isaanitti hin deebifne.


Philaaxoosillee, «Ati Mootii Yihuudi'iitii?» jedhee gaafate. «Maarre atuu jette» jedhee deebise.


Philaaxoosi ammoo, ammallee «Womaa hin deebiftuu? Kunoo waan meeqaan si himata'aaran?» jedhee gaafate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite