Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 15:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Philaaxoosillee, «Ati Mootii Yihuudi'iitii?» jedhee gaafate. «Maarre atuu jette» jedhee deebise.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Philaaxos'llee, «Ati nugusa worra Yihudotaatii?» jechu'uun, ni gaafateen. Yesus'llee, «Akkuma ati jette» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Philaaxoosillee, «Ati Mootii Yihuudi'iitii?» jedhee gaafate. Yesuus, «Maarre atuu jette» jedhee deebise.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 15:2
11 Referans Kwoze  

«Mootiin Yihuudotaa ka dhalate, eessa jira? nu urjii isaa karaa aduun baatutti arginee, isaa sagadu'uuf dhufneerra» jedhanii iyyaafatan.


Rabbi waan maraa lubbu'uun jiraachisu'uuf, Yesuus Kiristoosii Philaaxoosii Pheenxenicha afo'otti amanamummaa mishaa rage afo'otti si ajaja.


Barreeffamni yakkaa ka inni ittiin himatame, «Mootii Yihuudotaa» jedha.


Achiin maayessa isaan, «Mootii Yihuudi'ii nageenni siif haata'u» jedha'aa harka itti kaasuu jalqaban.


Philaaxoos deebisee, «Eegasuu mootii Yihuudii ka jettan maal akka godhu barbaaddan ree?» isaaniin jedhe.


Philaaxoosillee Mootii Yihuudii akka isinii hiiku barbaaddanii? isaaniin jedhe.


Mootonni gadootaallee waan hedduun isa himatan. Inni ammoo womaa isaanii hin deebifne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite