Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 15:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Philaaxoos deebisee, «Eegasuu mootii Yihuudii ka jettan maal akka godhu barbaaddan ree?» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Philaaxos'llee, «Eegaa, kana nugusa Yihudotaati ka jettaniin, maal haa taasisuun?» jechu'uun, deebi'ee namoota ni gaafate.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Philaaxoos deebisee, «Eegasuu ka mootii Yihuudii jettan maal akka godhu barbaaddan ree?» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 15:12
15 Referans Kwoze  

Rabbi wonti kana godheef Israa'eliif dhiifamsa cubbu'uu isaanii kennu'uuf dabarsee akka kennamu isa qorsaa fi mataa godhee mirga ufiititti kabajjeen.


«Kun gumii keenna dogoggorsa'aa, Qeesaarii fi mootii worra Rooma'aatii gibira akka hin kaffallee yoo dhooggu, ammo Ani Kiristoosii mooti'i uduu jedhu argine» jedhanii himachuu jalqaban.


Bulchoonni gadootaa, Philaaxoos bikka isaa Baarbaaniin akka isaanii baasuuf Banii kakkaasan.


Isaaniilee, «Isa fannisi!» jedha'aa iyyan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite