Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 15:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Inni akka bulchaa gadootaa hinaaffa'aan dabarsanii Yesuusiin isatti kennan beekeera.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Kana'llee ka jedheef Itti gaafatamoonni qeesotaa Yesusiin dabarssanii ka kennaniin, hinaaffa'aan ta'uu isaa ni beeka waan tureef.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Inni akka bulchaa gadootaa hinaaffa'aan dabarsanii Yesuusiin isatti kennan beekeera.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 15:10
13 Referans Kwoze  

Nullee akkasuma duraan worra waa hin hubanne, ka hin ajajamne, worra dogoggoru, haawwi'ii fi gammachuu foonii ka adda addaatiif garbicha taanee, hammeennaa fi hinaaffa'aan worra jiraatu, worra wol-loluu fi worra wol jibbu turre.


Inni akka hinaaffa'aan dabarsanii isa kennan waan beekuuf.


Ta akka hammeennaan Qaayel obboleessa ufii ajjeeseetii miti. Maaf ajjeese? waan hujiin isaa hamaa ta'eef, ka obboleessa isaa ammoo waan qajeelaa ta'eef.


Moo ka kitaabni, «Hafuurri nu keessa hinaaffa'aan hawwa» jedhu sun waan akkanumaan dubbate seetanii? Haata'uu ammoo badhaadhummaa caalu kenna. Waan akkanumaan dubbate seetanii?


Yihuudonnillee banii heddu hennaa argan hinaaffa'aan guuttamanii isaan abaara'aa dubbii Phaawuloos dubbatu morman.


Philaaxoosillee Mootii Yihuudii akka isinii hiiku barbaaddanii? isaaniin jedhe.


Bulchoonni gadootaa, Philaaxoos bikka isaa Baarbaaniin akka isaanii baasuuf Banii kakkaasan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite