Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 14:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Isiin waan dandeette goote; duraan dursitee nafa kiyya awwaalaaf dibdeerti.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Dubarttiin tun waan danddeettu maraa raawwattee jirtti, foon kiyya'llee uduu hin awwaalaminiin duranatti qopheessu'uuf shittoo dibiddeen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Isiin waan dandeette goote; foon kiyya awwaalamu'uun dura urgooftuu dibdee awwaalaaf akka ta'u gooteerti.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 14:8
14 Referans Kwoze  

Fedhiin mishaan yoo jiraate haguma qabuun ka jaalatame ta'a malee, haga hin qabineenii miti.


Yesuusillee, «Guyyaa awwaala kiyyaatiif waan qopheessiteef isii dhiisaa'a.


Fannoo irraa buusee qoolaan kafanee awwaala dhagaa irraa bocame ka namni biraa haga ammaa itti hin awwaalamne keessa kaaye.


Ammallee hennaa dhiye jal-bultii guyyaa Sambata diqqa'aatiif guyyaa qophii waan tureef,


Isiin urgoo kana nafa kiyyatti buuftee awwaalaaf na qopheessite.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite