Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 14:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Urgooftuun tun silaa gatii woggaa tokkoo caala'atti gurguramtee, saantimiin kun hiyyeeyyi'iif kennamuu hin woyyuu» jedhanii hincinnaayanii isi'iin lolan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Shittoon kun dinaara dhibba sadihii olitti gurguramee, qarshiin hiyyeesotaaf kennamuun ni danda'ama ture!» woliin jedhan, dubarttii'llee ni ashaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Urgooftuun tun dinaara dhibbaa olitti gurguramee qarshiin sun uduu hiyyeeyyi'iif kennamee silaa woyyaa tureu» jedhanii hincinnaayanii isi'iin lolan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 14:5
17 Referans Kwoze  

Yihuudaan waan korojoo qabatuuf, Yesuus ayyaanaaf waan barbaachisu akka bitu yookiin hiyyeeyyi'iif kennaa akka kennuuf gariin waan kanaaf jedhe isaanitti fakkaatee ture.


Kunniin worra akka fedha dharraa ufiitiin jiraata'aa gugumanii fi worra waan hiree ufiitiif gururi'an. Isaan akka isaanii toluuf nama wol caalchisa'aa hagaa ol dubbii guddaa dubbatan.


Dhaloota daba'aa fi hamaa wodhakka'atti mudaa malee gara-laaffeeyyii ijoollee Rabbii akka taatan uduu hin gungumne, hamaa uduu hin yaanne maraa godhaa'a.


Ka hate ammaa achi hin hatin; haata'uu ammoo bikka ka qara hatee, worra jalaa hanqateef waan kennuuf akka argatu harkuma ufiitiin waan mishaa hojjatu'uuf haa dadhabuu.


Isaan keessaa gari gariin akkuma gururi'anii waan ballessuun akka badan hin gururi'inaa'a.


Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Ufii wolitti hin gururi'inaa'a.


Filiphoos isaan martinuu diqqo diqqoo akka afaaniin qaban uduu binnee, «Xoroshoon saantibii dhibba lamaatuu hin gayuuf» jedhee deebiseef.


Fariisonninii fi Barsiisonni Seera Muuse'ee, Kun cubbamoota simata, isaan woliin nyaata jedhanii itti guunguman.


Haga fudhataniin maayessa abbaa maasaa woyini'ii irratti guunguman.


Haata'uu ammoo hojjataan sun, achii bayee, hojjattoota keessaa hiriyyaa ufii ka gatiin birrii dhibbaa irra jiru tokko argee, ‹Gatii kiyya naa kanfali› jedhee, hudhee isa qabe.


Namoota achi turan keessaa garii gariin itti aaranii, «Wonti Urgoo tana balleessaniif maali'i?


Yesuus ammoo akkana isaaniin jedhe, «Isii dhiisaa'a! Isin maaf isii rakkiftan? Isiin waan mishaa naa gooteerti.


Urgoon kun gatii gudda'atti gurguramee, birriin sun silaa hiyyeeyyi'iif uduu kennamee woyya» jedhan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite