Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 14:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Yesuus hennaa Bittaaniya'aatti mana Simoonii dhukkuba gogaa kukkutuun qabameeruutitti hurbaata'aaf waamamee uduu achi jiru, dubartiin takka Urgoo Naardoosii ka gatiin isaa gudda'aa qabattee dhuftee, bilqaadii cabsitee mataa isaatitti buufte.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Yesus Bitaaniya'atti mana Simoonii ka waashaye ture ni jira ture. Nyaataaf'llee dhiyaatee uduu jiru, dubarttiin takka shittoo jaalatamaa gatiin isaa haalaan guddaa ta'e, shurrubbee alibasxiroosii titti qabattee ni dhufitte, shurrubbee cabsstee shittoo mataa Yesusii irratti ni buufitte.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Yesuus hennaa Biitaaniya'atti mana Simoonii dhukkuba gogaa kukkutuun qabameeruutitti uduu hurbaata'aaf waamamee achi jiru, dubartiin takka Urgoo Naardoosii ka gatiin isaa gudda'aa qabattee dhuftee bilqaadii cabsitee mataa isaatitti buufte.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 14:3
11 Referans Kwoze  

Maariyaam ta Gooftaa Urgoo dibdee riffeensa mataa ufiitiin luka isaa haxe. Obboleessi isi'ii Alaazaar dhibamee ture.


Achiin maayessa gara qachaa Biitaaniya'aa deemee achi bule.


Isaan, «Baniin akka hin boorofne guyyaa ayyaanaa irratti akka hin taane» woliin jedhan.


Namoota achi turan keessaa garii gariin itti aaranii, «Wonti Urgoo tana balleessaniif maali'i?


Akkuma san, ka saantibii worqi'ii kuma lama fudhatellee kuma lama bu'aa keessaa buufate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite