Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 14:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Isaan, «Baniin akka hin boorofne guyyaa ayyaanaa irratti akka hin taane» woliin jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Garuu ummanni jeeqama ni kaasa jechu'uun, «Guyyaa ayyaanaatiin kana hin raawwannu» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Isaan, «Baniin akka hin boorofne guyyaa ayyaanaa irra akka hin taane» woliin jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 14:2
13 Referans Kwoze  

Kanaaf Fariisonni, «Waan tokkollee godhuu akka hin danda'amne argitanii? Kunoo adunyaan isa faanaa ka'anii deema'aaran!» woliin jedhan.


Kanaafuu banii keessaa namoonni hedduu dubbii kana haga dhagayan, «Inni dhugamaan raaga» jedhan.


‹Nama irra› yoo jenne ammoo, gumiin dhaka'aan nu tuman. Yohaannis akka raagaa ture maruu waan amananiif.


‹Nama haa jennuu laata?› » jedhan. Namoonni maruu Yohaannisiin akka raagaatitti waan laalaniif gumii sodaatan.


Bulchoota gadootaatii fi barsiisonni Seera Muuse'ee, waan Yesuus jedhe dhagayanii, mala isa ittiin ajjeesan barbaaduu jalqaban, gumiin barumsa isaa guddisanii waan maalalfataniif, isaan isa sodaatan.


Haata'uu ammoo, «Gumii eddu'utti nageenni akka hin boorofne guyyaa ayyaanaatiin hin ta'in» jedhan.


«Guyyaa lamaan maayessa ayyaanni Faasika'aa akka ayyaaneffamu hin beettan. Ilmi Namaa worra Isa fannisutti dabarfamee kennama» jedhe.


Ayyaanni Faasika'aatii fi ka xorosho'oo kabajjamu'uuf guyyaan lamaa yoo hafu, bulchoonni gadootaatii fi barsiisonni Seera Muuse'ee Yesuusiin attamiin akka qabanii ajjeesan dhokatanii mari'atan.


Yesuus hennaa Bittaaniya'aatti mana Simoonii dhukkuba gogaa kukkutuun qabameeruutitti hurbaata'aaf waamamee uduu achi jiru, dubartiin takka Urgoo Naardoosii ka gatiin isaa gudda'aa qabattee dhuftee, bilqaadii cabsitee mataa isaatitti buufte.


Ayyaanni Faasikaa jedhamu dhiyaate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite