Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 14:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Guyyaa jalqaba ayyaana xorosho'ootiif hennaa Hoolaan qalamu darasoonni Yesuusii gara isaa dhufanii «Hurbaata ayyaana Faasika'aa eessatti akka siif qopheessinu feeta?» jedhanii Yesuusiin gaafatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Yeroo Hoolaan Faasika'aa itti qalan jalqaba ayyaana qixxa'aa titti, barttoonni isaa gara isaa dhiyaatanii, «Irbaata Faasika'aa nyaachu'uuf, eessa deeminnee akka si qopheessinu'uuf barbaada?» jechu'uun, ni gaafataniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Guyyaa jalqaba ayyaana xorosho'ootiif hennaa Hoolaan qalamu darasoonni Yesuusii gara isaa dhufanii «Hurbaata ayyaana Faasika'aa eessatti akka siif qopheessinu feeta?» jedhanii Yesuusiin gaafatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 14:12
16 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo, barri murtayee sun hennaa gaye, Rabbi ilma ufii ka dubartii irraa dhalate, ka Seeraa gad ta'e erge.


Yesuus ammoo deebisee, «Akkanaan qajeellummaa maraa raawwachuu nu barbaachisa, amma na hoffolchi» jedheen. Yohaannisillee hin hoffolcheen.


Ayyaanni Faasika'aatii fi ka xorosho'oo kabajjamu'uuf guyyaan lamaa yoo hafu, bulchoonni gadootaatii fi barsiisonni Seera Muuse'ee Yesuusiin attamiin akka qabanii ajjeesan dhokatanii mari'atan.


Isaan waan kana hennaa dhagayan gammadanii, birrii kennu'uufiif waadaa seenan; kanaaf Yihuudaan Yesuusiin dabarsee kennu'uuf hennaa isaa aanju barbaadate.


Yesuus darasoota ufii lamaaniin, «Gara Qacha'aa deemaa'a! Nama tokko ka ottee bisaanii baatee deemu argitanii, isa faana deemaa'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite