Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 14:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Achiin maayessa Yihuudaan namni biyya Keeriyootii darasoota kudha lamaan keessaa tokko, Yesuusiin dabarsee kennu'uuf gara bulchoota gadootaa dhaqe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Kudha lamaan keessaa tokko Yihudaan naminni biyya Askorotu'uu Yesusiin dabarssee kennu'uuf, gara itti gaafatamoota qeesotaa ni dhaqe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Achiin maayessa Yihuudaan namni biyya Keriyootii darasoota kudha lamaan keessaa tokko Yesuusiin dabarsee kennu'uuf gara bulchoota gadootaa dhaqe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 14:10
10 Referans Kwoze  

Uduu hurbaataa nyaata'aaran daabiloos onnee Yihuudaa ilma Simoon ka biyya Asqorootu'uu akka inni dabarsee isa kennu haga hubateen maayii,


Innillee kutaa san haga fudhateen maayii yoosuu baye, hennaanillee halkan.


Simoonii hinaafticha, Yihuudaa nama biyya keriyoot ka Yesuusiin dabarsee kenne.


Yihuudaa nama qachaa keeriyootii, ka Yesuusiin dabarsee kenne.


Isaan waan kana hennaa dhagayan gammadanii, birrii kennu'uufiif waadaa seenan; kanaaf Yihuudaan Yesuusiin dabarsee kennu'uuf hennaa isaa aanju barbaadate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite