Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 14:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Ayyaanni Faasika'aatii fi ka xorosho'oo kabajjamu'uuf guyyaan lamaa yoo hafu, bulchoonni gadootaatii fi barsiisonni Seera Muuse'ee Yesuusiin attamiin akka qabanii ajjeesan dhokatanii mari'atan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Ayyaanni Yihudotaa ka Faasiika'aatii fi ka qixxa'aa kabajamu'uuf guyyaan lamaa hafee jira ture, itti gaafatamoonni qeesotaatii fi barsiisonni seeraa Yesusiin qabanii, karaa dabaan ittiin ajjeesan ni barbaadan turan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Ayyaanni Faasika'aatii fi ka xorosho'oo kabajjamu'uuf guyyaan lama yoo hafu bulchoonni gadootaatii fi barsiisonni Seera Muuse'ee Yesuusiin attamiin akka qabanii ajjeesan dhokatanii mari'atan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 14:1
23 Referans Kwoze  

Yesuusillee ayyaana Faasika'aa dura adunyaa kana irraa hennaan gara Abba'aa deemu akka gaye beekee, worra isaa ka adunyaa kana irra jiran, worra jaalate haga dhumaa jaalate.


Eeganaa bulchoonni gadootaa gumii Fariisotaa wolitti qabanii, «Namni kun Maalalee hedduu waan godha'aaruuf, maal haa goonuu?


Fariisoonni ammoo bayanii, attamitti akka isa balleessan mari'atan.


«Eegasuu isin hennaa hiyyeeyyi'iif arjoomtan, akka worra uf tuulanii nama biratti ulfinna ittiin argatu'uuf jedhanii, mana sagadaatii fi karaa irrattillee uf mudhisu'uuf akkuma godhan, hin godhinaa'a. Ani dhugamaan isiniin jedha isaan gatii ufii argataniiran.


Isaan, «Baniin akka hin boorofne guyyaa ayyaanaa irratti akka hin taane» woliin jedhan.


Guyyaa jalqaba ayyaana xorosho'ootiif hennaa Hoolaan qalamu darasoonni Yesuusii gara isaa dhufanii «Hurbaata ayyaana Faasika'aa eessatti akka siif qopheessinu feeta?» jedhanii Yesuusiin gaafatan.


Haga qabeenii gara mana hidha'aa seensise, Faasika'aan maayii gara banii baasu'uuf yaadee, marti isaaniituu loltoota afur ta'anii akka isa eegan loltoota garee afuritti qoodamaniitti dabarsee isa kenne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite