Wongeela Maarqoos 13:9 - WAADAA LAMMATAA9 «Isin uf eeggadhaa'a, isaan yaa'ii gara garaatitti dabarsanii isin kennan, mana sagada Yihuudotaa keessattillee hin tumamtan, naaf jettanii bulchootaa fi mootota afoo hin dhaabattan; kunillee ragaa isaanitti ta'a. Gade chapit laWaadaa Haarawa9 «Isin'llee mataa keessaniif ufi eeggadhaa, namoonni mana murtii yaa'iitiif dabarssanii isin ni kennan, bakka woligayii isaanii maratti'llee isin ni dhaanan. Ragaa akka naa taataniif waayee kiyyaan bulchitootaa fi nugusota durana murti'iif, ni dhaabattan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu9 «Isin uf eeggadhaa'a; isaan yaa'ii gara garaatitti dabarsanii isin kennan; mana sagada Yihuudotaa keessattillee hin tumamtan; naaf jettanii bulchootaa fi mootota afoo hin dhaabattan; kunillee ragaa isaanitti ta'a. Gade chapit la |