Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 13:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Gofti gosatti, mootummaan mootumma'atti hin ka'a; bakka adda addaatitti sochiin lafaallee hin ta'a, beellillee hin dhufa. Haata'uu ammoo kun ciniinsuu duraati.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Ummanni ummata irratti, mootummaan'llee mootummaa irratti woraana ni kaasa, bakka marattuu sochiin lafaatii fi beelli ni ta'a, kun marrinuu akka ciniinssu'uu ka jiru jalqaba sarddamaati.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Gofti gosatti, mootummaan mootumma'atti hin ka'a; bakka adda addaatitti sochiin lafaallee hin ta'a; beellillee hin dhufa. Haa ta'uu ammo kun ciniinsuu duraati.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 13:8
21 Referans Kwoze  

Kun maruu ammo ciniinsuu duraati.


Fardi daamaan biraallee baye ka farda san irraa taa'ellee nagaya lafa irraa fudhatu'uuf namoonillee akka wol qalan baalliinii fi guraadeen guddaan kennameef.


Nagayaa fi fayyinna uduu jedhan hennaa san akkuma dubartiin ulfaa ciniinsifattu, badiin tasuma isaanitti dhufti. Sirima jalaa hin bayan.


Isaan keessaa namichi Agaabos jedhamu tokko ka'eeti adunyaa maraa irratti beelli akka dhufu Ayyaana Woyyu'uun isaanitti hime; wonti kunillee bara Qelaawudeewoos Qeesarichaa ta'e.


Lolaa fi oduu lolaa hennaa dhageettan, hin sodaatinaa'a. Wonti akkasii kun hin ta'a; Haata'uu ammoo barri dhumaa ammallee hin geenne.


«Isin uf eeggadhaa'a, isaan yaa'ii gara garaatitti dabarsanii isin kennan, mana sagada Yihuudotaa keessattillee hin tumamtan, naaf jettanii bulchootaa fi mootota afoo hin dhaabattan; kunillee ragaa isaanitti ta'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite