Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 13:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Lolaa fi oduu lolaa hennaa dhageettan, hin sodaatinaa'a. Wonti akkasii kun hin ta'a; Haata'uu ammoo barri dhumaa ammallee hin geenne.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Dhiyeenna keessantti woraanni yoo taasfamuu fi fago'otti'llee oduu woraanaa yoo dhageettan hin nayinaa, kun marrinuu ta'uuf dirqamaatii, haa ta'u malee muummeen isaa ufi durana.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Hennaa lolaa fi oduu lolaa dhageettan hin sodaatinaa'a. Wonti akkasii kun hin ta'a; Haa ta'uu ammo barri dhumaa ammallee hin geenne.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 13:7
17 Referans Kwoze  

«Ani nagaya isinii dhiisa. Nagaya kiyyallee isinii kenna, nageenni ani isinii kennu, ka akka Adunyaan isinii kennituu miti. Garaan keessan hin raafamin; hin sodaatina'alle'e.


Yoo hiikullee Kiristoosiin irra rakkinni akka gayu du'aa ka'uun isaaf akka ta'u, isaan hubachiisa'aa, «Yesuusiin ani isiniif lallabu kun inni Kiristoos» jedha'aa ture.


Biyyi lafaa waan nama gufachiiftuuf isii aanne'e! Wonti gufachiisu dhufuu hin oolu. Haata'uu ammoo ka nama gufachiisuuf aanne'e!


«Garaan keessan hin raafamin, Rabbitti amanaa'a; nattillee ammoo amanaa'a!


Mootiin Heroodisillee kana dhagayee naye.


Namoonni hedduu, ‹Ani Kiristoos› jedha'aa maqaa kiyyaan hin dhufan; namoota hedduullee hin dogogorsan.


Gofti gosatti, mootummaan mootumma'atti hin ka'a; bakka adda addaatitti sochiin lafaallee hin ta'a, beellillee hin dhufa. Haata'uu ammoo kun ciniinsuu duraati.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite