Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 13:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Yesuus ammoo akkana isaaniin jechuu jalqabe, «Eennullee akka isin hin dogogorsine uf eeggadhaa'a!

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Eennu'llee akka isin hin dogoggorssineef ufi eeggadhaa,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Yesuus ammo akkana isaaniin jechuu jalqabe, «Eennullee akka isin hin dogoggorsine uf eeggadhaa'a!

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 13:5
11 Referans Kwoze  

Akka barumsa Kiristoosiititti uduu hin taane, akka aadaa namaatiif akka nama adunyaa tanaa akka barumsa duraa waa uumu'uun soba'aa eennullee akka isin hin boojine uf eegaa'a.


Sababaa kanaaf ijoollee hin ajajamne irratti lolli Rabbii waan dhufuuf, eennullee dubii duwwa'aan isin hin sobin.


Goshoota tiyya, Ayyaana mara hin amaninaa'a, Haata'uu ammoo ayyaannoni Rabbiin biraa ta'uu isaanii qoradhaa'a. Raadduun sobaa heddu gara adunyaa tanaa waan yaa'aniiraniif.


Eennullee karaa kamiin isin hin dogoggorsin, uduu ganuun firrisee hin dhufne namni mitaa, innillee ilmi badi'ii uduu hin mudhanne guyyaan sun hin dhufu.


Hin wollaalinaa'a! «Goshoon badaan amala mishaa namaa baleessa»


Innillee akkana jedhe, «Akka hin dogoggorre uf eeggadhaa'a. Hedduun isaanii, ‹Ani Kiristoos, barri dhiyaateera!› jedha'aa maqaa kiyyaan hin dhufan. Isaan faana hin deeminaa'a!


«Wonti kun yoom ta'a nutti himi? wonti kun martinuu hennaa ta'u malkanni isaa maali'i?» jedhanii hojja ufiititti isa gaafatan.


Namoonni hedduu, ‹Ani Kiristoos› jedha'aa maqaa kiyyaan hin dhufan; namoota hedduullee hin dogogorsan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite