Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 13:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Yesuus Kolba mana woyyu'uutiin gaara ejersaa gubbaa uduu taa'u, Pheexroos, Yaaqoob, Yohaannisii fi Indiriyaas qofti gara isaa dhufanii,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Yesus fuundura Mana Waaqeffanna'aatiin Gaara Ejjerssaa irra taa'ee uduma jiru Phexiros, Yaaqoob, Yohaannisii fi Indriyaas adda isaanii titti gara isaa dhiyaatanii,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Yesuus uduu kolba mana woyyu'uutiin gaara ejersaa gubbaa taa'u Pheexroos, Yaaqoob, Yohaannisii fi Indiriyaas qofti gara isaa dhufanii,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 13:3
13 Referans Kwoze  

Inni waa maraa mammaakaan isaanitti hime. Hennaa darasoota ufii woliin hojja jiran ammoo, inni waa maraa isaanii ibsa'aa ture.


Hennaa Yeruusaalemitti dhiyaatan, gaara Ejersaatitti hulee Betafaagee jedhamtu gayan, Yesuus darasoota ufii keessaa nama lamaa akkana jedhee isaan erge.


Inni Pheexroos, Yaaqoobii fi Yohaannisiin uf biratti fuudhee, shoru'uu fi gadduullee jalqabe.


Ilmaan Zabdewoosii Yaaqoobii fi Yohaannis gara Yesuusii dhufanii, «Barsiisaa'a! waan nu si kadhannu akka nuuf gootu barbaanna» jedhaniin.


Yesuus guyyaa jahaan maayii, Pheexroos, Yaaqoobii fi Yohaannisiin qabatee, hojja isaanii gara gaaraa ol isaan baase. Achitti inni afoo isaaniititti jijjiirame.


Yesuus: Pheexroosiin, Yaaqoobii fi obboleessa Yaaqoobii Yohaannisii achi, eennullee akka isa faanaa deemu hin barbaanne.


Yesuus gaara ejersaa irra taa'ee uduu jiru, darasoonni hojjatti gara isaa dhufanii, «Kun yoom ta'a nutti himi? Dhufa keetii fi dhuma biyya lafaatiif malkanni maali'i?» jedhaniin.


Guyyaa jahaan maayessa, Yesuus Pheexroosiin, Yaaqoobii fi obboleessa Yaaqoobii Yohaannisiin hojja isaanii qabatee, gara gaara dheera'aatitti ol isaan baase.


Achiin maayii Yesuus gumii dhiisee mana seene. Darasoonni isaallee gara isaa dhiyaatanii, «Mammaaka sinaana qonna qamadii keessaa nuu hiiki» jedhaniin.


Achiin maayessa darasoonni gara Yesuusii dhiyaatanii, «Ati maaf mammaaka kana isaanitti mammaatte?» jedhanii gaafatan.


«Wonti kun yoom ta'a nutti himi? wonti kun martinuu hennaa ta'u malkanni isaa maali'i?» jedhanii hojja ufiititti isa gaafatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite