Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 13:23 - WAADAA LAMMATAA

23 Isin ammoo uf eeggadhaa'a! Ani waan maraa dursee isinitti himeera.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

23 Waan maraa durssee isinitti himee jiraatii, eegaa ufi eeggadhaa!

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

23 Isin ammo uf eeggadhaa'a! Ani waan maraa dursee isinitti himeera.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 13:23
13 Referans Kwoze  

Eegasuu jaalatamtoota tiyya, isin waan kana duraanuu waan beettaniif dogoggora worra hammeeyyi'iitiin qabamtanii dhaabachuu keessan irraa akka hin kufne ufi eeggadhaa'a. Akkasuma;


Haga ta'een maayessa akka amantan kun uduu hin taane isinitti himeera.


Innillee akkana jedhe, «Akka hin dogoggorre uf eeggadhaa'a. Hedduun isaanii, ‹Ani Kiristoos, barri dhiyaateera!› jedha'aa maqaa kiyyaan hin dhufan. Isaan faana hin deeminaa'a!


Yesuus ammoo akkana isaaniin jechuu jalqabe, «Eennullee akka isin hin dogogorsine uf eeggadhaa'a!


Haata'uu ammoo, «Akka malee nyaataa fi machi'iin yookiin jireenna lafa tanaatiif yaada'aa akka hin dadhabne, guyyaan sunillee dimmaa akka isinitti hin dhufne uf eeggadhaa'a!


Hennaan yoom akka ta'e isin waan hin beenneef uf eeggadhaa'a! Dammaqaa'a!


«Isin uf eeggadhaa'a, isaan yaa'ii gara garaatitti dabarsanii isin kennan, mana sagada Yihuudotaa keessattillee hin tumamtan, naaf jettanii bulchootaa fi mootota afoo hin dhaabattan; kunillee ragaa isaanitti ta'a.


Yesuus ammallee, «Raattota dharaa irraa uf eeggadhaa'a; hoolaa fakkaachu'uuf gogaa hoola'aa uffatanii, gara keessan hin dhufan; keessi isaanii ammoo akka Yayyii beeloftee ti.


Kunoo ani duraan dursee kana isinitti himeera.


Sababaanillee Kiristoosonni dharaatii fi raattonni dharaa dhufanii, yoo isaanii danda'ame worra filatamanillee dogoggorsu'uuf malkataa fi baasa hujan.


«Guyyootuma san keessa, rakkina saniin maayessa, aduun hin dukkanoofti, jiinillee hin ifu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite