Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 13:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Yesuusillee deebisee, «Ati ijaarsa gugurdaa kana argitaa? kunniin martinuu hin diiggama; tokkochi isaaniillee wol irratti hin hafan» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Yesus'llee, «Gamoowwan guguddaa kanniin ni argitaamii ree? Dhagaayyiin kunniin marrinuu ni diigaman, dhagaan dhagaa irratti tuulamee hafu hin jiru» jedhee, deebiseef.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Yesuusillee deebisee, «Ati ijaarsa gugurdaa kana argitaa? kunniin martinuu hin diiggama; tokkochi isaaniillee wol irratti hin hafan» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 13:2
10 Referans Kwoze  

«Dhagaan isin argitan kun maruu dhagaan tokko dhagaa tokko irratti uduu hin hafin barri jigu hin dhufa» jedhe.


Achiin maayessa inni, «Isin waan kana maraa hin argitanii mii? isaaniin jedhe, Ani dhugaa isinitti hima, dhakaan tokkochi wol irratti hin hafu; martinuu hin diiggama» isaaniin jedhe.


Ka mana woyyu'uutiin ala jiru hin bikkin; worra Yihuudota hin taanee kennameeraa dhiisi; isaanillee ji'a afurtamii lamaaf qachaa woyyittii irra ejjatan.


‹Yesuusiin Naazireetii hulee kana diigee, Seera Muuseen nuu dabarsellee hin jijjirra› hennaa inni jedhu dhageenneerra, worra jedhan ragaa sobaa dhiyeessan»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite