Wongeela Maarqoos 13:19 - WAADAA LAMMATAA19 Guyyoonni sun guyyoota rakkinni hamaan itti ta'u. Rakkinni akkasii hennaa Rabbi biyya lafaa uume irraa jalqabee haga ammaatitti hin taane, deebi'eellee hin ta'u. Gade chapit laWaadaa Haarawa19 Ji'oota sanitti yeroo Waaqinni biyya lafaa uume irraa jalaqabee haga ammaa titti, rakkinni muldhatee hin beekinne ni ta'a, ufi durana'llee rakkinni isa fakkaatu, gonkumaa hin gayu. Gade chapit laKitaaba Woyyuu19 Guyyoonni sun guyyoota rakkinni hamaan itti ta'u. Rakkinni akkasii hennaa Rabbi biyya lafaa uume irraa jalqabee haga ammaatitti hin taane; deebi'eellee hin ta'u. Gade chapit la |