Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 13:15 - WAADAA LAMMATAA

15 Ka mana gubbaa jiru mana irraa gadi bu'ee; manaa waan tokko fudhachu'uuf hin seenini.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

15 Ka baaxii manaa irra jiru gara mana gad bu'ee mana isaatii waan tokko fudhachu'uuf, yeroo hin balleesin,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 Ka mana gubbaa jiru mana irraa gad bu'ee manaa waan tokko fudhachu'uuf hin seenin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 13:15
13 Referans Kwoze  

Nohi waan haga ammaa hin mudhanne amanta'aan hubatee, Rabbiin sodaata'aa maatii ufii hambisu'uuf markaba amanta'aan hojjate. Sababa amantaa isaatiif biyya lafaatitti yakki murame. Inni qajeellummaa amanta'aan argamu dhaale.


Haga nyaatanii quufaniin maayessa qamadii gara galaanaa darbanii markaba irraa salphifatan.


Ka qonna keessa jiru uffata ufii fudhatu'uuf gara duubaa hin deebi'iin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite