Wongeela Maarqoos 13:12 - WAADAA LAMMATAA12 Obboleessi obboleessa, Abbaanillee ilma ufii du'aaf dabarsee kenna. Ijoolleen worra ufiititti ka'anii ajjeesan. Gade chapit laWaadaa Haarawa12 Obboleessi obboleessa isaa, abbaan'llee ilma isaa du'aaf dabarssee ni kenna, ijoolleen'llee maatii isaanii irraatti diinumma'aan ni ka'an, isaan'llee ni ajjeesan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Obboleessi obboleessa, Abbaanillee ilma ufii du'aaf dabarsee kenna. Ijoolleen worra ufiititti ka'anii ajjeesan. Gade chapit la |