Wongeela Maarqoos 12:7 - WAADAA LAMMATAA7 Qonnaan bultoonni sun ammoo, ‹Ka abbaa maasaa muka woyini'ii dhaalu kanaa; kootaa isa hin ajjeefnaa, dhaalli nuuf ta'aa› woliin jedhan. Gade chapit laWaadaa Haarawa7 Garuu qotee bulttoonni ufii isaaniitii woliin, ‹kun ammoo dhaalaa isaati! Kootaa haa ajjeefinnuuiin! Qabiyyeen isaa'llee nu'uuf ni ta'a› woliin ni jedhan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Qonnaan bultoonni sun ammo, ‹Ka abbaa maasaa muka woyini'ii dhaalu kanaa; koottaa isa hin ajjeefnaa; dhaalli nuuf ta'aa› woliin jedhan. Gade chapit la |