Wongeela Maarqoos 12:5 - WAADAA LAMMATAA5 Ammallee ka biraa itti erge, isa ammoo hin ajjeesan, akkasuma ka biraallee heddu itti erginaan isaan keessaallee gari garii tumanii garii ammoo hin ajjeesan. Gade chapit laWaadaa Haarawa5 Itti aansee'llee ka bira'aa yoo ergu, ni ajjeesaniin, akkuma kana baayi'eewwa yoo ergu'llee, tokko tokkoo isaanii ni dhaanan, kaanniin'llee ni ajjeesan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu5 Ammallee ka biraa itti erge; isa ammo hin ajjeesan; akkasuma ka biraallee heddu itti erginaan isaan keessaallee gari garii tumanii garii ammo hin ajjeesan. Gade chapit la |