Wongeela Maarqoos 12:44 - WAADAA LAMMATAA44 Worri kuuwwan qabeenna guddaa qaban irraa waan hafe mi'a kennaa itti guuran keessa buusan; Isiin hiyyeettiin waan qabdu ka ittin jiraattu maraa achi keessa buufte» isaaniin jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa44 Kuunniin marrinuu ka kennan qabeenna qaban irraa ka hafe, isiin garuu hiyyeettii taatee uduu jirttu, womaayyuu uduu hin hanbifatin, waan qabddu maraa ni kennite» jedhe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu44 Worri kuuwwan qabeenna guddaa qaban irraa waan hafe mi'a kennaa itti guuran keessa buusan; Isiin hiyyeettiin waan qabdu ka ittiin jiraattu maraa achi keessa buufte» isaaniin jedhe. Gade chapit la |