Wongeela Maarqoos 12:43 - WAADAA LAMMATAA43 Yesuus darasoota ufii waamee, «Ani dhugamaan isinitti himaa! Haati hiyyeessaa takka worra biraa caalaa mi'a kennaa itti guuran keessa buufte. Gade chapit laWaadaa Haarawa43 Yesus'llee barattoota isaa waamee akkana isaaniin ni jedheen, «Dhugamaan isiniin jedha, sanduuqa keessa qarshii namoota buusan mara irraa caalchifttee ka buufite, haadha hiyyeessaa hiyyeettii tana. Gade chapit laKitaaba Woyyuu43 Yesuus darasoota ufii waamee, «Ani dhugamaan isinitti himaa! Haati hiyyeessaa takka worra biraa caalaa mi'a kennaa itti guuran keessa buufte. Gade chapit la |