Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 12:42 - WAADAA LAMMATAA

42 Achiin maayessa haati hiyyeessaa takka dhuftee, saantima meetii diqqoo lamaan ta gatiin isii guddisee diqqo'oo mi'a kenna'aa keessa buufte.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

42 Haati hiyyeessaa hiyyeettiin takka dhufittee, saantibii shishiikkoo sibiila diima'aa lama gayu achi keessa ni buufitte.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

42 Achiin maayessa haati hiyyeessaa takka dhuftee, saantibii meetii diqqoo lamaan ta gatiin isii guddisee diqqo'oo mi'a kenna'aa keessa buufte.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 12:42
9 Referans Kwoze  

«Ani dhugamaan siin jedha, waan sitti murame keessaa saantimiin cabduunillee uduu hin hafin haga kaffaltutti sirimaa hin baatu» jedhe.


Yesuus kolba miini kennaa itti guuran jiruun taa'ee, hennaa gumiin birrii mi'a kennaa itti guuran keessa buusan laale. Dureeyyiin hedduu birrii baay'ee keessa buusan.


Yesuus darasoota ufii waamee, «Ani dhugamaan isinitti himaa! Haati hiyyeessaa takka worra biraa caalaa mi'a kennaa itti guuran keessa buufte.


Ani sitti himaa saantibiin tokkittiin uduu sirratti hin hafne haga kafaltutti achii horomaa hin baatu.»


Dubartiin hiyyeettiin takka saantibii lamaa hennaa achi buuftu argeeti.


Eennullee worra gad-aanaa kanniin keessaa, waan inni darasaa kiyya ta'eef, bisaan qabbanaayaa xuwwee tokkottii obaasu, dhugamaan isiniin jedha gatii ufii argata.


Rakkinna gudda'aan qoramanii uduu jiran, guddinni gammachuu isaaniitiif hiyyummaa isaanii guddisee baayi'atullee, kennaa isaaniitiin duroomaniiran.


Fedhiin mishaan yoo jiraate haguma qabuun ka jaalatame ta'a malee, haga hin qabineenii miti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite