Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 12:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Isaanillee hojjataa san qabanii tumanii duwwaa deebisanii ari'an.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Qotee bulttoonni garuu tajaajilaa isaa qabanii eega dhaananiiniin duubatti, harka isaa duwwaa ni deebisaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Isaanillee hojjataa san qabanii tumanii duwwaa deebisanii ari'an.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 12:3
29 Referans Kwoze  

Sunninillee akkasuma Gooftaa Yesuusiin ajjeesanii, raattotaa fi nullee hin ari'an, Rabbiinillee hin gammachiisan, namoota maraa hin morman.


Raattota keessaa namni abbootiin keessan itti ka'anii hin ariine eennu? worra dhufa woyyichaa firrisanii dubbatan ajjeesaniiru. Worri karaa Maleekkotaatiin seera fudhatanii fayyadamuu hin eenne. Isinillee amma dabarsitanii isa kennitan hin ajjeeftaniinillee.»


Achiin maayessa dubartiin biyya Kana'aanii takka hulee sanii dhuftee, «Ilma Daawitii, Gooftaa'a! Mucattii tiyya jinniin dhayee waan rakkata'aartuuf, naa fayyisi» jedha'aa iyyite.


Hennaan munni woyini'ii gayu geennaan, midhaan akka fiduuf hojjataa tokko gara qonnaan bultoota ufii erge.


Abbaan muka woyini'ii ammallee hojjataa biraa gara isaanii erge; isaan ammallee mataa isaa baqassanii salphisanii ari'an.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite