Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 12:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Obboleessi isatti aanullee dubartima san dhaalee, ijoollee uduu hin uumatin du'e; obboleessi sadeessoonillee akkasuma isii dhaalee irraa du'e.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 Obboleessi lammaffaa'llee dubarttii san dhaalee finna uduu hin uumatin ni du'e, sadaffaa'llee akkuma kana ni ta'e,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Obboleessi isatti aanullee dubartima san dhaalee uduu ijoollee hin uumatin du'e; obboleessi sadeessoonillee akkasuma isii dhaalee irraa du'e.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 12:21
2 Referans Kwoze  

Obboleeyyan torbatu ture; hangafni haadha manaa fuudhee ijoollee uduu hin uumatin du'e.


Isaan torbanuu dubartima san fuudhanii, Haata'uu ammoo ijoollee uduu hin uumatin irraa du'an. Isaan maraan maayessa ammoo dubartiin sunillee hin duute.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite