Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 12:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Hennaan munni woyini'ii gayu geennaan, midhaan akka fiduuf hojjataa tokko gara qonnaan bultoota ufii erge.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Firiin'llee yeroo gayetti'llee, firii woyinni'ii irraa akka isaa fiduuf tajaajilaa isaa gara qotee bulttootaa ni erge.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Hennaan munni woyini'ii gayu geennaan midhaan akka fiduuf hojjataa tokko gara qonnaan bultoota ufii erge.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 12:2
18 Referans Kwoze  

Rabbi duri irraa jalqabee akkaataa hedduuf karaa hedduun abboota teennaa fi Raattotaan dubbate.


Innillee hennaan woyiniin gayu geennaan akka qonnaan bultoonni woyinii isaa fidaniifiif hojjataa tokko gara isaanii erge. Isaan ammoo hojjataa san tumanii harka qullaa ufirra deebisan.


Ka waan isa tumsiisu hin beenne ammoo, uduu hin beenne yoo hojjate diqqoo tumama. Nama wonti guddaan itti kenname irraa waan guddatu barbaadama; Yaboon guddaan ka itti kenname irraallee waan guddatu barbaadama» jedhe.


Hennaa woyiniin sun gaye, midhaan fudhachu'uuf hojjattoota ufii gara worra biqiltuu woyini'ii eeganii erge.


Innillee akkana jedhee mammaakaan isaanitti himuu jalqabe, «Namichi tokko biqiltuu woyini'ii dhaabee, dhaga'aan dallawa itti dallayee, boolla woyinii itti cuunfan qotee, siree irra taa'anii eegan ijaaree, qonnaan bultootatti kireessee gara biyya fago'oo deeme.


Isaanillee hojjataa san qabanii tumanii duwwaa deebisanii ari'an.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite