Wongeela Maarqoos 12:16 - WAADAA LAMMATAA16 Isaan itti finnaan, «Fakkiin kun ka eennuuti? Barreeffamni kun ka eennuti?» jedhee isaan gaafate. Isaanillee, «Ka mootii mootota worra Rooma'aati» jedhaniin. Gade chapit laWaadaa Haarawa16 Isaan'llee qarshii ni fidaniif, inni'llee, «Qarshii kana irra biftti jiruu fi maqaan barreeffame ka eennuuti?» jechu'uun, isaan ni gaafate. Isaan'llee, «Ka Nugusa Rooma'aati» jedhaniin. Gade chapit laKitaaba Woyyuu16 Isaan itti finnaan, «Fakiin kun ka eennuuti? Barreeffamni kun ka eennuuti?» jedhee isaan gaafate. Isaanillee, «Ka mootii mootota worra Rooma'aati» jedhaniin. Gade chapit la |