Wongeela Maarqoos 12:13 - WAADAA LAMMATAA13 Achiin maayessa waan inni dubbatuun isa qabu'uuf jedhanii, worra Fariisotaatii fi worra gara Heroodisii ta'an keessaa jara tokko Yesuusitti ergan. Gade chapit laWaadaa Haarawa13 Gara worra Fariisotaatii fi worra Heerodisiitii ka ta'an namoonni tokko tokko, Yesusiin haasaya isaatiin isa qabu'uuf jecha, gara isaa ni ergaman. Gade chapit laKitaaba Woyyuu13 Achiin maayessa waan inni dubbatuun isa qabu'uuf jedhanii worra Fariisotaatii fi worra gara Heroodisii ta'an keessaa jara tokko Yesuusitti ergan. Gade chapit la |