Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 12:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Bulchoonni Yihuudotaa mammaaka kana akka Yesuus isaaniif mammaake beekanii, isa qabu'uuf barbaadan; Haata'uu ammoo gumii waan sodaataniif isa dhiisanii deeman.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Itti gaafatamoonni Yihudotaa fakkeenni Yesus dubbate ka isaan laalu ta'uu waan hubataniif, isa qabu'uuniif barbaadanii turan, garuu ummata sodaatanii dhiisanii ni deeman.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Bulchoonni Yihuudotaa mammaaka kana akka Yesuus isaaniif mammaake beekanii isa qabu'uuf barbaadan; haa ta'uu ammo gumii waan sodaataniif isa dhiisanii deeman.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 12:12
13 Referans Kwoze  

Bulchoota gadootaatii fi barsiisonni Seera Muuse'ee, waan Yesuus jedhe dhagayanii, mala isa ittiin ajjeesan barbaaduu jalqaban, gumiin barumsa isaa guddisanii waan maalalfataniif, isaan isa sodaatan.


Isaan keessaallee gari gariin qabuunii barbaadan. Haata'uu ammoo eennullee harkaan isa hin tundhe.


Kanaaf isa qabu'uuf soqa'aa turan. Haata'uu ammoo hennaan waan hin geenneef eennullee harkaan isa hin tundhe.


Kanaafuu namoonni Yeruusaaleemii gari gariin akkana jedhan, «Ka ajjeesu'uuf soqa'aaran kanaamii?


‹Nama haa jennuu laata?› » jedhan. Namoonni maruu Yohaannisiin akka raagaatitti waan laalaniif gumii sodaatan.


Isaanillee kana dhagayanii maalalanii isa dhiisanii deeman.


Bulchoonni gadootaatii fi barsiisonni Seera Muuse'ee mammaaka kana akka inni isaaniif mammaake beekanii, hennama san isa qabu'uuf barbaadanii, haata'uu ammoo gumii sodaatan.


‹Nama irra› yoo jenne ammoo, gumiin dhaka'aan nu tuman. Yohaannis akka raagaa ture maruu waan amananiif.


‹Nama irraa› yoo jenne, martinuu akka raagaatitti waan Yohaannisiin laalaniif, gumii sodaanna» jedhan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite