Wongeela Maarqoos 12:10 - WAADAA LAMMATAA10-11 Isin barreeffama Woyyuu keessatti ‹Dhagaan worri mana ijaaru tuffate dhagaa dhagaa maraa caalaa barbaadamu ta'e. Wonti kun waan gooftaan hojjate; ija teennaafillee baasa› kitaaba jedhu hin dubbifnee?» jedhee gaafate. Gade chapit laWaadaa Haarawa10 «Haa ta'u malee, ‹dhagaan kaabddonni tuffataniin, mataa cabssata› » ni ta'e. Gade chapit laKitaaba Woyyuu10-11 Isin barreeffama Woyyuu keessatti ‹Dhagaan worri mana ijaaru tuffate dhagaa dhagaa maraa caalaa barbaadamu ta'e. Wonti kun waan gooftaan hojjate; ija teennaafillee baasa› kitaaba jedhu hin dubbifnee?» jedhee gaafate. Gade chapit la |
Yesuus deebisee, «Hennaa Daawitii fi worri isa woliin jiran beelayanii rakkatan, waan Daawiti godhe horoma argitanii hin dubbifnee? Hennaa Abiyaataar bulchaa gadootaa ta'ee ture, Daawiti gara mana Rabbii seenee, xoroshoo Rabbiif woyyoomte ka seerri gadoota calla'aaf kennu ufii nyaatee, worra isa woliin jiraniillee kenne» jedhe.
Yesuus akkana jedhee isaanii deebise, «Daawiti hennaa beelaye inni namoota isa woliin jiran woliin, gara mana Rabbii akkuma seeneen gadoota malee ka namoonni biraa nyaatuun isaanii hin malle xoroshoo ciinca'aa fuudhee akka nyaate worra isa woliin jiraniillee akkasuma akka kenneef hin dubbifne?» jedhe.