Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 11:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Namoonni hedduu uffata ufii, worri kuuwwan ammoo muka irraa baala ciranii karaa inni irra deemu irratti afan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Namoonni baayi'een uffata isaanii karaa irratti ni afan ture, kuuniin'llee muka bosonaa irraa damee mura'aa, karaa irratti ni afan ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Namoonni hedduu uffata ufii; worri kuuwwan ammo muka irraa baala ciranii karaa inni irra deemu irratti afan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 11:8
5 Referans Kwoze  

Gumiin guddaan uffata ufii karaa irratti afan; kuuwwanillee baala mukaa cira'aa karaa irratti afa'aa turan.


Ilmoo harre'ee sanillee gara Yesuusii fidan. Uffata ufii ilmoo hare'ee irra kaayan; Yesuusillee hin yaabbate.


Worri duraa fi duuba isaa deeman laagaa isaanii ol qabatanii, «Hoosaanaa! ka maqaa Goofta'aatiin dhufu ka eebbifame!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite