Wongeela Maarqoos 11:5 - WAADAA LAMMATAA5 Worra achi dhaabatan keessaa gari gariin, «Maal godhu'uuf ilmoo harre'ee hiittan?» jedhanii isaan gaafatan. Gade chapit laWaadaa Haarawa5 Yeroo sanitti'llee namoota achi dhaabatanii turan keessaa tokko tokko, «Ilmmayyoo harre'ee ka hiikittan maali'iif?» jechu'uun, isaan ni gaafatan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu5 Worra achi dhaabatan keessaa gari gariin, «Maal godhu'uuf ilmoo harre'ee hiittan?» jedhanii isaan gaafatan. Gade chapit la |