Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 11:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Achiin maayessa dhaqanii ilmoo harre'ee balbala tokko afoo karaa irratti ka hidhamteertu arganii hiikan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Isaan'llee deemanii ilmmayyoo karaa bira balbala manaa titti hidhamee argataniinii ni hiikaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Achiin maayessa dhaqanii ilmoo harre'ee balbala tokko afoo karaa irratti ka hidhamteertu arganii hiikan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 11:4
8 Referans Kwoze  

Abrahaam gara ristii hin argatta jedhamee san biyya ufiitii bayee hulee dhaalaan argatu akka dhaqu hennaa waamame, gara dhaqu uduu hin beekin amanta'aan ajajame.


Achiin maayessa haati Yesuusii, «Waan inni isinitti himu godhaa'a» jettee worra ansaadanitti himte.


Darasoonni isaallee akkuma Yesuus isaan ajaje godhanii Faasikaa qopheessan.


«Gara ganda isin afoo jirtuu dhaqaa'a, achitti harree ilmoo woliin hidhamteertu takka hin argitan; hiika'aa naa fidaa'a.


Eennullee, ‹Maaf hiittan?› yoo isiniin jedhe, ‹Goofta'atu barbaada; inni uduu hin turin bakumatti deebisa› jedhaa'a!» isaaniin jedhe.


Worra achi dhaabatan keessaa gari gariin, «Maal godhu'uuf ilmoo harre'ee hiittan?» jedhanii isaan gaafatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite