Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 11:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Eennullee, ‹Maaf hiittan?› yoo isiniin jedhe, ‹Goofta'atu barbaada; inni uduu hin turin bakumatti deebisa› jedhaa'a!» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Naminni kumi'llee ‹maali'iif kana raawwattan?› yoo isiniin jedhee, ‹Gooftaan waan isa barbaaduuf jedhaa, bakkumatti deebisee ni ergaan› jedhaanii.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Eennullee, yoo ‹Maaf hiittan?› isiniin jedhe, ‹Goofta'atu barbaada; inni uduu hin turin dafee deebisa› jedhaa'a!» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 11:3
11 Referans Kwoze  

Kennaa arjummaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii waan beetaniirtaniif, dureessa uduu ta'u, isin hiyyummaa isaatiin akka dureeyyii taatan waan keessaniif hiyyeessa ta'e.


Inni jireennaa fi ayyaana waan maraa maraayyuu waan kennuuf, akka waan waa jalaa hanqatee, waan harki namaa hojjatetti hin fayyadamu.


Yesuus Kiristoos Gooftaa maraa ta'een nagaya isaa lallaba'aa dubbii kana gara ijoollee Israa'elii erge.


Hennaa faateffatan, «Gooftaa'a, ati ka garaa nama maraa beettu hulee Yihuudaan dhiisee gara fedha ufii deeme saniif hujii ergamu'uu kana akka huju,


Achiin maayessa abbaan manaa sunillee mana manarraan jiru kutaa gubba'aa badhaa afamee qophaaye tokko isinitti mudhisaa, isinillee achitti nuu qopheessaa'a!» jedhee erge.


«Gara ganda fuullee keessan jiru san dhaqaa'a, akkuma achi geettaniin ilmoo harre'ee ka haga ammaa namni tokkollee hin yaabbanne argitan; hiika'aatii as naa fidaa'a.


Achiin maayessa dhaqanii ilmoo harre'ee balbala tokko afoo karaa irratti ka hidhamteertu arganii hiikan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite