Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 11:2 - WAADAA LAMMATAA

2 «Gara ganda fuullee keessan jiru san dhaqaa'a, akkuma achi geettaniin ilmoo harre'ee ka haga ammaa namni tokkollee hin yaabbanne argitan; hiika'aatii as naa fidaa'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 «Gara ganda isiniin durana jiruu durssa'aatii deemaa, achi'llee akkuma geettaniin bakkumatti ilmmayyoon harre'ee ka eennu'llee haga ammaa titti hin yaabbatin hidhamee ni argattan, hiika'aatii garana fida'aanii.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 «Gara ganda fuullee keessan jiru san dhaqaa'a; akkuma achi geettaniin ilmoo harre'ee ka haga ammaa namni tokkollee hin yaabbanne argitan; hiika'aatii as naa fidaa'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 11:2
4 Referans Kwoze  

Isaan Yeruusaaleemitti galu'uuf Beetafaage'ee fi Bittaaniya'aatti, gara gaara ejersaatitti hennaa dhiyaatan, Yesuus darasoota ufii keessaa nama lamaan,


Eennullee, ‹Maaf hiittan?› yoo isiniin jedhe, ‹Goofta'atu barbaada; inni uduu hin turin bakumatti deebisa› jedhaa'a!» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite