Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 11:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Guyyaa lammaffa'aa hennaa isaan Bittaaniya'aa deebi'an Yesuus hin shoome.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Bariisaa'llee Bitaaniya'aa yoo deebi'an, Yesus ni beelaye.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Guyyaa lammeesso'oo hennaa isaan Bitaaniya'aa deebi'an Yesuus waan shoomeef,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 11:12
9 Referans Kwoze  

Asiin maayii Yesuus wonti maruu akka raawwatame beekee, dubbiin kitaabaa akka raawwatamuuf, «Dheebodhe» jedhe.


Inni guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaa haga soomeen maayessa hin beelaye.


Kanaaf banii irraa cubbuu dhiqu'uuf waan Rabbi maraaf araara godhuuf, gadicha hayyicha amanamaa ta'u'uuf, obboleeyyan ufii fakkachuun isa barbaachise.


Achitti halkan afurtamaa fi guyyaa afurtamaa daabiloosiin ataabame, guyyoota sanniin waan womaa hin nyaanneef, kadhaa haga fixeen maayii hin beelaye.


Inni muka hurbu'uu baala qabdu takka fago'otti argee, waan nyaatan irraa argadhinnaa laata? jedhee dhaqe. Haata'uu ammoo hennaan sun hennaa hurbuun midhaan godhatu waan hin taaneef, baala malee womaa irraa hin arganne.


Guyyaa lammaffa'aa ganama, Isaan uduu karaa san irra lufan, mukattiin hurbu'uu sun hiddumaan ta goddeertu argan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite